Faaruu goota oromoo.

Length: 07:28

[Click here to Download Mp3 - External Link]

Maal jedhanii mee maal nuuf dhaamani(2x) Jaallewwan qabsoo irratti kufani mee maal nuuf dhaamani? Maal dhaamani jaallewwan qabsoo irratti kufanii Oromiyaaf falmachuuf hadhaa duaa dhandhamani Dhaadannoo keenya kaasaati galiin nuuf gahaa jedhanii Baaa keenyas dabalachuuf of qopheessaa nuun jedhanii Jaallewwan keenya nutarree xurrii dhiigaan tattaraarre Akka waliin jedhaa turree nuhojiidhatti jijjiirree Dirqama keenya bahuudhaaf gammachuudhaan gargar baanee Irbuu biyyaadhaafi sabaa kan waliin seenn